×

Barnoota akkaataa hajji fii umraa (afaan oromoo)

qophii: Jamaaal Muhammad ahmad

Description

Sagantaan kun barnoota umraa jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti uf kessatti hammatee jira. Sagantaan kun barnoota hajji ihraamarraa kaasee hanga xumuraatti,waan hajjitti rarrau hunda uf kessatti hammatee jira.

Download Book

معلومات المادة باللغة العربية